Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 25:2 - WAADAA LAMMATAA

2 Isaan keessaa shanan ceem'aaleeyyi'i shanan ammoo qalbiqabeeyyi'i.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

2 Isaan'llee shanan gowwoota, shanaan ammoo qaruuteewwan turan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Isaan keessaa shanan ceem'aaleeyyi'i; shanan ammo qalbi qabeeyyi'i.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 25:2
14 Referans Kwoze  

Yoma dursitanii waan kana mara beettan ta'ellee, Gooftaan banii biyya Misiriitii attamitti akka baase, maayii worra amanuu dhaban attamitti akka balleesse isin qaabsiisuu fedha.


Isaan nu biraa bayan malee worra keennaa miti. Uduu worra keenna ta'anii silaa nu woliin jiraatan. Haata'uu ammoo maruu akka worra keenna hin taane beessisu'uuf bayan.


Yesuus ammallee, «Eeganaa hojjataan amanamaanii fi qaroon, ka gooftaan isaa akka inni hojjattoota isaatiif nyaata henna'aan kennuuf, mana ufii irratti muude eennu?


Yesuus ammallee, «Ani akka hoolotaa Yayyii jidduu isin erga; maarre akka Bofaa qaroo, akka handari'ii gara-laafeyyii ta'aa'a.


Ceem'aaleeyyiin shanan ibsaa ufii qabatan malee, zayitii ibsa'atti buufatan hin qaban.


Qalbiqabeeyyiin ammoo ibsaa ufii woliin zayitii bilille'etti qabatan.


Qalbiqabeeyyiin ammoo deebisanii, ‹Wa'a! Ka nu'uu fi isinii gayu hin jiru. Worra gurguru bira dhaqa'aatii bitadhaa'a!› jedhaniin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite