Wongeela Maatewos 24:9 - WAADAA LAMMATAA9 «Achiin maayessa isaan akka rakkattanii fi akka ajjeefamtan dabarsanii isin kennan, sababa maqaa kiyyaatiif jettanii gosa maraan worra jibbame taatan. Gade chapit laWaadaa Haarawa9 «Yeroo sanitti namoonni rakkinnaaf dabarssanii isin ni kennan, isin ni ajjeesan, waayee maqaa kiyyaatiif'llee ummata mara biratti, ka jibbamttan ni taatan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu9 «Achiin maayessa isaan akka rakkattanii fi akka ajjeefamtan dabarsanii isin kennan; sababa maqaa kiyyaatiif jettanii gosa maraan worra jibbame taatan. Gade chapit la |