8 Kun maruu ammo ciniinsuu duraati.
8 Kun marri'llee akka sarddama ciniinsu'uu jalqabaa ni ta'a.
Nagayaa fi fayyinna uduu jedhan hennaa san akkuma dubartiin ulfaa ciniinsifattu, badiin tasuma isaanitti dhufti. Sirima jalaa hin bayan.
Gofti gosatti, mootummaan mootumma'atti hin ka'a; bakka adda addaatitti sochiin lafaallee hin ta'a, beellillee hin dhufa. Haata'uu ammoo kun ciniinsuu duraati.
Kana maraan duratti isin qaban, isin ari'an, waan kiyyaaf gara mana sagada Yihuudotaatii fi gara mana hidha'aatitti isin dabarsan afoo moototaatii fi bulchootaa isin fidan.
Ammallee isin dureeyyiin rakkinna isin irraa gayuuf ani bade ani bade jedha'aa booyaa'a.