Wongeela Maatewos 24:7 - WAADAA LAMMATAA7 Gofti gosatti, mootummaan mootumma'atti hin ka'a;, beellinii fi sochiin lafaa hulee adda addaatitti hin ta'a. Gade chapit laWaadaa Haarawa7 Ummanni ummata irratti, mootummaan'llee mootummaa irratti woraanaan ni ka'a, bakka adda addaa titti'llee beelaa fi sochiin arddi'ii ni ta'a. Gade chapit laKitaaba Woyyuu7 Gofti gosatti, mootummaan mootumma'atti hin ka'a; beellinii fi sochiin lafaa hulee adda addaatitti hin ta'a. Gade chapit la |