Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 24:51 - WAADAA LAMMATAA

51 Inni hojjataa san bakka lamatti baqassa, hiree isaallee worra fakkeessu woliin taasisa. Achitti booya'aa ilkaan qara» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

51 Tajaajilaa san'llee gooftaan isaa ni adabaan, kutaa carraa isaa'llee worra fakkeessitootaa woliin ni taasisa, achitti'llee booyaa fi ilkaan qaruun ni ta'a.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

51 Inni hojjataa san bakka lamatti baqassa; hiree isaallee worra fakkeessu woliin taasisa; achitti booya'aa ilkaan qara» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 24:51
9 Referans Kwoze  

worri jeennata keessa taa'uu malan ammoo, hulee itti booyanii fi ilkaan itti qaran gara diidaa dukkanatti gataman» jedhe.


Gooftaan hojjataa sanii guyyaa inni hin eeggannee fi hennaa inni hin beenneetti dhufa. Bakka lamatti isa baqqassa hiree isaallee worra hin amanamne woliin taasisa.


Mootiin sun hennaa san tajaajiltoota ufiitiin, ‹Harkaa fi luka isaa hidha'aatii gara dukkanaatitti gad baasaa'a. Achi booyu'uu fi ilkaan qaru'utu jira› jedhe.


Hennaa Abrahaam, Yisihaaq, Yaaqoobii fi raattota maraa jeennata Rabbii keessatti argitan isin ammoo gara diidaa gatamtan, achitti booya'aa ilkaan qartan.


Hojjataa gatii hin qabne kana, dukkana diidaatitti gad gataa'a, achitti booya'aa ilkaan qara» jedhe.


gooftaan hojjataa sanii guyyaa inni hin eennee fi sa'aatii inni hin beennetti hin dhufa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite