Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 24:47 - WAADAA LAMMATAA

47 Ani dhugamaan isinitti hima, gooftaan isaa qabeenna ufii maraa irratti isa muuda.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

47 Dhugamaan isiniin jedha, tajaajilaa san gooftaan, qabeenna isaa mara irratti ni muudaan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

47 Ani dhugamaan isinitti hima gooftaan isaa qabeenna ufii maraa irratti isa muuda.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 24:47
15 Referans Kwoze  

Gooftaan isaa, ‹Mishaa goote, ati hojjataa amanamaa'a waan diqqo'otti amanamteerta hedduu irratti si muuda gammachu'uun gara hulee gooftaan sii qopheessee seeni› jedheen.


Gooftaan isaa, ‹Mishaa goote, ati hojjataa amanama'a; waan diqqoo irratti amanamteerta, ani waan heddu irratti si muuda; koottuu gammachu'uun gara hulee gooftaan kee sii qopheessee seeni!› jedheen.


Garboonni gooftaan isaanii hennaa dhufu uduu hojjatan ka arguun, isaan worra eebbifame. Dhugamaan isiniin jedha, marxifatee isaan teessisee ufii dhaabatee isaan nyaachise.


Ani dhugamaan isiniin jedha waan qabu maraa irratti isa muuda.


Ka mooyate, kana dhaala; Ani Waaqa ta'aaf, innillee ilma kiyya ta'a.


Akkuma ani mooyadhee teessoo abbaa kiyya irra taa'e, akkasuma ka mooyate na woliin teessoo jeennata kiyyaa irra akka taa'u hin kennaaf.


Yoo obsinee jabaanee dhaabanne, akkasuma isa woliin moona. Yoo isa waakkanne, akkasuma, innillee nu waakkata.


Innillee, ‹Ati hojjataa misha'a, waan diqqoo irratti waan amanamteef, qachoota kudhanii irratti baallii siif kenneera› jedheen.


Bulchaan tissee hoolotaa hennaa dhufe badhaasa ulfinnaa ka hin banne argattani.


Ka naa hojjatu yoo jiraate, na faanaa haa deemuu; hulee ani jirullee hin jiraata. Ka naa hojjatu yoo jiraate Aabba hin kabajjaan.»


Hojjataan gooftaan isaa hennaa deebi'u uduu hojjatu arguun sun ka eebbifame.


Hojjataan hamaan sun ammoo yaada ufii keessatti, ‹Gooftaan hin tura› jedhee yoo,


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite