Wongeela Maatewos 24:45 - WAADAA LAMMATAA45 Yesuus ammallee, «Eeganaa hojjataan amanamaanii fi qaroon, ka gooftaan isaa akka inni hojjattoota isaatiif nyaata henna'aan kennuuf, mana ufii irratti muude eennu? Gade chapit laWaadaa Haarawa45 «Maatii isaatiif yero'oon nyaataa isaanii akka kennuuf, Gooftaan maatii isaa irratti ka isa muudu tajaajilaan amanama'aa fi qaruuteen eennu? Gade chapit laKitaaba Woyyuu45 Yesuus ammallee, «Eeganaa hojjataan amanamaanii fi qaroon, ka gooftaan isaa akka inni hojjattoota isaatiif nyaata henna'aan kennuuf, mana ufii irratti muude eennu? Gade chapit la |