Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 24:43 - WAADAA LAMMATAA

43 «Waan kana hubadhaa'a; abbaan manaa halkan keessa sa'aatii kamitti hattuun akka dhuftu uduu beekee, manni isa jalaa haa qotamu'uuf hin dhiisu.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

43 Garuu kana beekaa, abbaan manaa halkan keessaa saa'aatii kamittu hattuun akka dhufittu uduu ka beekuutii, dammaqee ni eegaa ture, manni isaa'llee akka qotamuuf, hin dhiisu ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

43 «Waan kana hubadhaa'a; abbaan manaa halkan keessa sa'aatii kamitti hattuun akka dhuftu uduu beekee, manni isa jalaa haa qotamu'uuf hin dhiisu.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 24:43
18 Referans Kwoze  

Kana ammoo beekaa'a, abbaan manaa sa'aatii hattuun itti dhuftu uduu beekee, silaa hattuun mana isaa akka qottu itti hin dhiisu.


Kanaaf Ilmi Namaa sa'aatii isin hin qaabannetti waan dhufuuf, isinillee qophaaya'aa jiraadhaa'a.»


Haga fudhataniin maayessa abbaa maasaa woyini'ii irratti guunguman.


Halkan keessa gara iyya lukkuu lammaffa'aa Yesuus galaana irra deema'aa gara isaanii dhufe.


Gooftaan keessan sa'aatii kamitti akka dhufu waan hin beenneef, eeganaa dammaqa'aa eeggadhaa'a.


Hennaa isaan bitatu'uuf deeman, Idaayyaan hin dhufe; durbi qophoofteertu sunniin isa woliin gara mana cidhaa haga seenan, balbalti hin cufame.


Guyya'aa fi sa'aatii san waan hin beenneef dammaqa'aa eeggadhaa'a!» jedhe.


Bubbeenillee gara isaanii bubbisa'aa waan tureef, shaffisa'aan dhayata'aa akka rakkata'aaran argee, iyya lukkuu lammaffa'aa galaana irra deema'aa gara isaanii dhufee isaan bira akka waan lufuu ta'e.


Maarre, abbaan manaa yoom akka dhufu, galgala dhufaa fi halkan wodhakkaa dhufaa, iyya lukku'uu dhufaa fi ganama dhufaa hin beettan.


Hojjattoonni hennaa gooftaan isaanii halkan qixxee dhufee, isaanii dammaqaniranii isaan argu sunniin worra eebbifame.


Eegasuu waan dhufu'uuf ta'u jalaa akka baataniif fuula Ilma Namaa afo'otti dhaabachuu akka dandeettan hennaa maraa jabaadha'aa faateffadhaa'a!»


Eeganaa attamitti akka fudhatteef akka dhageette yaadi. Aagii gali; ajajamiifille'e. Yoo ati dammaquu dhabaatte, akka hattu'uutitti dimmaa sitti dhufa. Sa'aatii attami'ititti akka ani sitti dhufu sirimaa hin beettu.


«Ani akka hattu'uu ta'ee dhufa! akka qullaa hin deemne saala isaallee akka hin argine, ka dammaqee uffata ufii eegu ka eebbifame!»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite