Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 24:26 - WAADAA LAMMATAA

26 Maarre isaan, ‹Kunoo! Inni lafa gammoojji'ii jira› yoo isiniin jedhan, gadi hin bayinaa'a. Yookiin, ‹Kunoo! Inni gola keessa jira› yoo isiniin jedhan hin amaninaa'a.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

26 kanaaf, ‹kunoo, gammoojjii ni jira!› yoo isiniin jedhan hin bayinaa, akkuma kana ‹kunoo, bakka dhossa'aa jira!› yoo isiniin jedhan'llee hin amaninaa.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

26 Maarre isaan, ‹Kunoo! Inni lafa gammoojji'ii jira› yoo isiniin jedhan, gad hin bayinaa'a. Yookaan, ‹Kunoo! Inni gola keessa jira› yoo isiniin jedhan hin amaninaa'a.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 24:26
6 Referans Kwoze  

Ati kanaan dura worra lubbuu ajjeesan namoota kuma afurii shiftoota taasiftee gara gammoojji'ii ka baafte nama Misiriitii mii?» jedhe.


Bara san Yohaannisiin cuuphaan lafa gammoojjii biyya Yihuuda'aa keessatti, «Jeennanni sami'ii dhiyaatteerti cubbuu irraa deebi'aa!» jedhee lallaba'aa dhufe.


Kunoo ani duraan dursee kana isinitti himeera.


Akkuma Bakakkaan baya biiftu'uutii bayee ifa'aa haga lixa biiftu'uutitti ibsu, dhufti Ilma Namaallee akkasuma ta'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite