Wongeela Maatewos 24:25 - WAADAA LAMMATAA25 Kunoo ani duraan dursee kana isinitti himeera. Gade chapit laWaadaa Haarawa25 «Eegaa wonittoota kanniin maraa durssee isinitti himee jira, Gade chapit laKitaaba Woyyuu25 Kunoo ani duraan dursee kana isinitti himeera. Gade chapit la |
Akkuma hennaa lamaffa'aa isin bira ture dubbadhe, akkasuma fagoollee yoo ta'e, Kiristoos na keessa bulee akka dubbatu ragaa yoo barbaadan, deebi'ee yoo dhufe akka garaa isinii hin laafne; firrisa worra cubbuu hujaniin kaawwan maraafuu firrisee jedha. Firrisee Kiristoosillee waan keessaniif hin dadhabu. Haata'uu ammoo isin keessatti jaba'a.