Wongeela Maatewos 24:22 - WAADAA LAMMATAA22 Guyyoonni sun uduu gabaabbatuu dhabaatee, namni tokkollee silaa hin fayyu; sababa worra filatameetiif ammoo guyyoonni sun hin gabaabbatan. Gade chapit laWaadaa Haarawa22 Guyyoonni sunniin gabaabachuu uduu dhabaataniitii, naminni tokko'llee fayyu'uuf hin danda'u ture, garuu waayee namoota filatamaniitiif guyyoonni sunniin ni gabaabatan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu22 Guyyoonni sun uduu gabaabbatuu dhabaatee namni tokkollee silaa hin fayyu; sababa worra filatameetiif ammo guyyoonni sun hin gabaabbatan. Gade chapit la |
Pheexroos ergamaa Yesuus Kiristoosii ta'e irraa worra baqattoota worra biyya Pheenxoosii, Galaatiyaa, Qaphadooqiyaa, Isiya'aa fi Bitaaniyaa keessa faca'anii jiraataniif, worra akka beekkomsa Rabbii Aabbaatiin beekkamtanii filatamtan, worra Yesuus Kiristoosii ajajamu'uuf dhiiga isaatiin biifamtanii qulqullaayu'uuf Ayyaana Woyyu'uun woyyoomtaniif; Ayyaanninii fi nageenni isinii haa guddatu.