Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 24:21 - WAADAA LAMMATAA

21 Hennaa san rakkinni guddaan hin dhufa, rakkinni akkasii haga biyyi lafaa uumamte irraa jalqabee haga ammaatitti ta'ee hin beeku, sirimaa deebi'eelle hin ta'u.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

21 Yeroo sanitti biyyi lafaa yeroo uumamee jalaqabee haga adhaa titti ka hin ta'in, ufi duranaaf'llee ka isa fakkaatu gonkumaa ka hin taane, rakkinni ol aanaan ni ta'a.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

21 Hennaa san rakkinni guddaan hin dhufa; rakkinni akkasii haga biyyi lafaa uumamte irraa jalqabee haga ammaatitti ta'ee hin beeku; sirimaa deebi'eellee hin ta'u.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 24:21
20 Referans Kwoze  

Isaan qara guraade'eetiin du'an, kuuwwan ammoo marti isaaniituu hin booji'aman; worra Yihuudota hin taaneen fudhataman. Haga barri namoota Yihuudota hin taanee dhumutti Yerusaaleem ta namoonni Yihuudota hin taanee irra deddeemu taati.»


Hennaa maraa cubbuu hojjatu'uun worri Yihuudiin hin taane akka fayyan akka isaanitti hin himne nu dhooggan. Haata'uu ammoo dheekkamsi Rabbii hagaa ol isaan irra gayeera.


Yesuus ammallee, «Guyyoota rakkinnaa saniin maayessa yoma san aduun dukkanoofti, jiinillee ifa ufii hin kennu; urjoonni samii gubba'aa hin harca'an, hundeen sami'iillee hin raafama.


«Isin uf eeggadhaa'a, isaan yaa'ii gara garaatitti dabarsanii isin kennan, mana sagada Yihuudotaa keessattillee hin tumamtan, naaf jettanii bulchootaa fi mootota afoo hin dhaabattan; kunillee ragaa isaanitti ta'a.


Haata'uu ammo bandhi keessan gannaan yookiin guyyaa Sambataa akka hin taane Rabbiin faateffadhaa'a.


Anillee, «Gooftaa kiyya, situ beeka» jedheen. Innillee akkana naan jedhe, «Kunniin worra rakkoo guddaa keessaa dhufan. Uffata ufiillee miicanii dhiiga hoola'aatiin qulqulleessan.


Laagaan Bakakka'aatiif gigissaan dhagayamee lafti guddiftee sochoote. Haga namni lafarratti uumamee jalqabee sochiin akkanaa guddaan sirimaa ta'ee hin beeku. Kun maraa caale.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite