Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 24:2 - WAADAA LAMMATAA

2 Achiin maayessa inni, «Isin waan kana maraa hin argitanii mii? isaaniin jedhe, Ani dhugaa isinitti hima, dhakaan tokkochi wol irratti hin hafu; martinuu hin diiggama» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

2 Inni garuu, «Kana maraa ni argitanii ree? Dhugamaan isiniin jedha, dhagaan tokko'llee dhagaa irratti tuulame uduu hin jigin, ka hafu hin jiru» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 Achiin maayessa inni, «Isin waan kana maraa hin argitanii mii? isaaniin jedhe, Ani dhugaa isinitti hima, dhagaan tokkochi wol irratti hin hafu; martinuu hin diiggama» isaaniin jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 24:2
8 Referans Kwoze  

Siif ijoollee tee ta si keessa jiraatan gad darban, dhakaa dhakaa irra jirullee si keessatti hin dhiisan, ati waan bara Rabbi si fayyisu'uuf dhufe hin beenneef.


Kun maruu yoo ka akkanatti baqee badu ta'e, isin attamitti jiraachuu isinii woyya ree? guyyaa gaafa dhufa Rabbii eeggata'aa dhufa isaa ariifachiisa'aa, jireenna woyyu'uun namoota Rabbii fakkaata'aa jiraadhaa'a, guyyaa san samiin gubattee baxxi; uumamni samii keessaa oo'a gudda'aan diiggaman.


Waandhi Gooftaan maraa bulchuu fi hoolaan mana woyyu'uu isii keessa jiran; mana woyyuu isi'ii keessatti hin argine.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite