Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 24:17 - WAADAA LAMMATAA

17 Ka gamoo manaa irra jiru waan mana keessaa fudhachu'uuf gad hin bu'in.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

17 Baaxii manaa irra ka jiru manaa waan tokko fudhachu'uuf, hin bu'in.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

17 Ka gamoo manaa irra jiru waan mana keessaa fudhachu'uuf gad hin bu'in.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 24:17
14 Referans Kwoze  

Waan ani dukkana keessatti isinitti himu, isin ifaan dubbadhaa'a. Waan hasaassi'iin dhageettan gumii afo'otti lallabaa'a.


Isaanillee bariisaa deemanii gara qacha'aa hennaa dhiyaatan, Pheexroos gara sa'aatii jahaatitti faateffachu'uuf gara gamo'oo ol baye.


Kanaaf ka dukkana keessatti dubbattan maruu, ifatti dhagayama, ka gola keessatti gurratti hasaaftan raasaa irratti lallabama.


Sababaa baayi'ina bani'iitiif akkam godhanii akka seensisan dhabnaan mana irra bayanii ginnoo manaa saaqanii wodhakka'aan afoo Yesuusiititti wosaasaa woliin gadi buusan.


«Kanaaf akkana isiniin jedha, jiruu teessaniif maal nyaanna yookiin maal dhunna, yookiin nafa keessaniif, maal uffanna jettanii hin yaaddayinaa'a! Jiruun nyaata, nafti uffata hin caaluu?


Hennaa san worri biyya Yihuuda'aa keessa jiru gara gaarranii haa baqatuu.


Namni maasaa keessa jiru uffata fudhachu'uuf gara manaa hin deebi'in.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite