Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 24:13 - WAADAA LAMMATAA

13 Ka haga dhumaa dhaabate ammoo hin fayya.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 Haga muumme'ee titti obissaan ka dhaabatu garuu ni fayya.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Ka haga dhumaa dhaabate ammo hin fayya.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 24:13
12 Referans Kwoze  

Naaf jettanii nama maraa afo'otti worra jibbame taatan. Ka haga dhumaa jabaate ammoo hin fayya.


Rakkinna sirra gayu'uuf ta'u hin sodaatin. Daabiloos isin qoru'uuf jedhee isin keessaa namoota gari garii mana hidha'aatitti isin galchu'uuf ta'a. Guyyaa kudhaniif hin rakkattan ati ammoo haga du'aatitti amanamaa ta'i. Badhaasa jireennaallee sii kennaa.


Anaaf jettanii nama maraa biratti ka jibbamtan taatan. Haga dhumaa ka jabaatu ammoo hin fayya» isaaniin jedhe.


Nu ammoo worra lubbuu ufii hanbisu'uuf amane malee, worra gara duubaatitti deebi'ee baduu miti.


Amantaa keenna ka duraa haga dhumaa cimsinee uduu eennee worra Kirstoosiin woliin jeennata Rabbii keessa jiraatu taaneerra.


Worra hujii mishaa irra dhaabatanii galataa fi ulfinna, jireenna hin banne worra barbaadaniif jireenna bara baraa isaanii kenna.


Innillee akkasuma guyyaa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii mudaa malee akka jiraattan haga dhumaa isin dhaaba.


Sanyii lafa mishaa irratti bu'e ammoo worra dubbii Rabbii dhagayanii, amanamuuma'aaf mishumma'aan fudhatanii obsaan sanyii daraaraniiti.»


Kiristoos ammoo mana Rabbii keessatti akka Ilmaatitti amanama'a, nullee waan ittii abdannuuf abdii ittin boonnu haga dhumaa jabeessinee yoo eenne nullee mana isaati.


Woraanaa fi oduu woraanaa hin dhageettan; akka hin rifanne uf eeggadhaa'a; Kun ta'uun isaa dirqama, haata'uu ammo ammallee dhumni hin geenne.


Sababaa baayi'inna hammeennaatiin, jaalalti namoota hedduu hin qabbanooft.


Obsu'uun lubbuu teessan oolfattan.»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite