Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 24:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Sababaa baayi'inna hammeennaatiin, jaalalti namoota hedduu hin qabbanooft.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Baay'innaa hameennaa irraa kan ka'een, jaalallitti namoota baayi'e'ee ni qabbanooftti.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Sababaa baay'inna hammeennaatiin jaalalti namoota hedduu hin qabbanoofti.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 24:12
8 Referans Kwoze  

Akka ati qabbanaayaa yookiin oo'aa hin taane hujii kee hin beeka. Qabbanaayaa yookiin oo'aa uduu taatee misha'a.


Rakkinna sirra gayu'uuf ta'u hin sodaatin. Daabiloos isin qoru'uuf jedhee isin keessaa namoota gari garii mana hidha'aatitti isin galchu'uuf ta'a. Guyyaa kudhaniif hin rakkattan ati ammoo haga du'aatitti amanamaa ta'i. Badhaasa jireennaallee sii kennaa.


Raattonni dharaa hedduunillee hin ka'an, Namoota hedduullee hin dogoggorsan.


Ka haga dhumaa dhaabate ammoo hin fayya.


Kanaafuu battummaa maraaf hammeenna baayi'ee uf keessaa balleessa'aatii ka keessa keessaniitti dhaabamee lubbuu keessan fayyisuu danda'u, dubbii Rabbii fayyaalumma'aan fudhadhaa'a.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite