Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 24:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Hennaa san namoonni hedduu amantaa irraa duubatti deebi'an, isaan dabarsanii wol kennan, Wolillee hin jibban.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Yeroo sanitti baayi'eewwan amantii isaanii waakkachu'uun ni gufatan, tokko ka bira'aa dabarssee ni kenna, namoonni'llee ufii isaaniitii wol ni lolan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Hennaa san namoonni hedduu amantaa irraa duubatti deebi'an; isaan dabarsanii wol kennan; Wolillee hin jibban.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 24:10
17 Referans Kwoze  

Haawwoti'ii fi abbootiin, obboleeyyan, firoonniinii fi jaalalloon dabarsanii isin kennan. Isin keessaa gari garii hin ajjeesan.


Obboleessi obboleessa, Abbaanillee ilma ufii du'aaf dabarsee kenna. Ijoolleen worra ufiititti ka'anii ajjeesan.


Hiyyeeyyi'iifillee Oduun Nagayaa hin lallabama. Namni waan kiyya hin mamne maruu ka eebbifame.


Isaan ammoo hidda gad fagaatu waan hin qabneef, hennaa diqqo'oof dhaabatan; maayii sababa dubbii Rabbiitiif rakkinninii fi miidhaan yoo dhufe yoosuu gufatan.


Hennaa ani waan ittiin himatame san dhiyeeffadhe, martinuu narraa dheessan malee, eennullee na hin gargaarre. Rabbi kana isaanitti hin laakkayin.


Haata'uu ammoo inni hidda hin qabu, hennamaaf jabaata malee, sababa dubbii Rabbiitiif hennaa rakkinniinii fi ari'amuun dhufee yoma san gufatan.


Obboleessi obboleessa ufii, abbaanillee ilma ufii dabarsee du'aaf kenna. Ijoolleen worra ufii irratti hin ka'an, hin ajjeesanille'e.


Gara Tasoloonqe'ee deemeera. Qerqiisi gara Galaatiyaa, Tiitoonillee gara Dilimaxiya'aa deemaniiran.


Worri Esiyaa keessa jiran maruu, akka narraa fagaatan hin beeta; isaan keessaa Filoqoosii fi Herwaageenesiin fa'a.


Kanaaf isaan isa tuffatan. Yesuus ammoo isaaniin, «Raanni tokko biyya biraatitti malee, biyya ufiitii fi mana ufii keessatti ulfinna hin argatu» jedhe.


Raattonni dharaa hedduunillee hin ka'an, Namoota hedduullee hin dogoggorsan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite