Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 24:1 - WAADAA LAMMATAA

1 Yesuus mana woyyu'uutii bayee uduu deema'aaru, darasoonni isaa ijaarsa mana woyyu'uu isatti mudhisu'uuf gara isaa dhufan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

1 Yesus Mana Waaqeffanna'aatii baye yoo deemu, barattoonni isaa gamoo Mana Waaqeffanna'aa isatti muldhisu'uuf, gara isaa ni dhiyaatan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Yesuus uduu mana woyyu'uu bayee deema'aaru, darasoonni isaa ijaarsa mana woyyu'uu isatti mudhisu'uuf gara isaa dhufan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 24:1
11 Referans Kwoze  

Ani akkana isiniin jedha, ‹Ka maqaa Goofta'aatiin dhufu, ka eebbifame› haga jettanitti ammaa achi deebitanii na hin argitan» jedhe.


Kanaaf Yihuudonni, «Manni Woyyu'uu kun hojjatamu'uuf woggaa afurtamii jahaa fixe, ati ammoo guyyaa sadi keessatti ijaaree fixa jettaa?» jedhaniin.


Gara mana woyyuu seenee uduu barsiisu, bulchoonni gadootaa, manguddoonninii fi gumiin gara isaa dhiyaatanii, «Ati baallii maali'itiin waan kana goota? baallii kana eentu sii kenne?» jedhaniin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite