Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 23:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Isaan ba'aa ulfaataa fi ka baadhachuuf hin danda'amne hidhanii gurmuu nama biraa irra kaayan; ufii ammoo qubaanuu tuquu hin fedhan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 Ulffaata'aa fi ba'aa dhibaa hidhanii gurmmuu namaa irratti ni fe'an, mataa isaaniitii garuu quba isaaniitiinuu tuqu'uuf hin barbaadan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Isaan ba'aa ulfaata'aa fi ka baadhachu'uuf hin danda'amne hidhanii gurmuu nama biraa irra kaayan; ufii ammo qubaanuu tuquu hin fedhan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 23:4
10 Referans Kwoze  

Yesuus deebisee, «Barsiisota Seera Muuse'ee isin aanne'e! Isin ba'aa ulfaataa rakkisaa dudda namootaatitti baachiftan, ufii ammoo qubaanillee hin tuxxan.


Eeganaa waan nu'u fi abbootiin teenna baadhatuu hin dandeenne qambaraa gurmuu darasootaa irratti fe'u'uun amma maaf haga Rabbii laaltan?


Gadoomuu keessaniin uf jajuu barbaadan malee, isaan worri gadoomanuu seera hin eenne.


Isin, Barsiisota Seeraatii fi Fariisota fakkeessitoota! Isin aanne'e! Isin urgoo gurraattii, daalattii, Sokorataa fi daraaraa caarotaa keessaa kurnaffaa hin kennitan, haata'uu ammoo waan ijoo Seera keessatti argamu hin dhiiftan; wonti kunniinillee murtii dhuga'aa, dhiifamaa fi amanamumma'a; isin kaawwanillee uduu hin dhiifne, waan kanniinillee godhutu isin barbaachisa.


«Isin worra Tiyaaxiroon keessatti barumsa isi'ii hin hordofneef worra, ‹Dhossaa guddaa seexanaa› jedhamuu uduu hin baranne haftaniin ammoo akkana jedha, ba'aa biraa isinitti hin fe'u;


Ciincaa waaqa tolfama'aa, dhiiga horii ufiin du'eetii fi seebaruu irraa akka fagaattan; ka barbaachisu kana malee fe'aa biraa akka isinitti hin feene nuuf Ayyaanni Woyyuun waan hin eeyyamneef waan kana maraa irraa yoo uf eeddan waan mishaa gootan; nagayaan jiraadhaa'a.


Maarre waan isaan isin ajajan maraa godhaa'a, eega'alle'e; haata'uu ammoo, isaan waan barsiisanuu waan hujii irra hin oolchineef, akka isaan hujan hin hujinaa'a.


Rabbiin jaalachuun ajaja isaa raawwatu'u. Ajanyi isaallee ulfaata'aa miti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite