Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 23:39 - WAADAA LAMMATAA

39 Ani akkana isiniin jedha, ‹Ka maqaa Goofta'aatiin dhufu, ka eebbifame› haga jettanitti ammaa achi deebitanii na hin argitan» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

39 Kanaaf, ‹maqaa Goofta'aatiin ka dhufu ka eebbifame› haga jettantti, ammaa achitti ana hin argitan» isiniin jedha.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

39 Ani akkana isiniin jedha, ‹Ka maqaa Goofta'aatiin dhufu ka eebbifame› haga jettanitti ammaa achi deebitanii na hin argitan» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 23:39
15 Referans Kwoze  

Gumiin afo'oo fi duuba isaatiin deeman iyya'aa, «Hosaanaa Ilma Daawitiitiif jedha. Ka maqaa Goofta'aatiin dhufu ka eebbifame! Hosaanaa samii irratti!» jedha'aa turan.


Obboleeyyan tiyya! worra qalbii qaban akka isinitti hin fakkaanne dhossaa kana akka beettan barbaada; haga worri Yihuudota hin taane gara worra Yihuudotaatitti guutumaan guutu'utti eda'amaniif, worri Israa'elii gariin hadoodeera.


Abbaan keessan Abrahaam guyyaa kiyya argu'uuf gammade. Hin arge hin gammadelle'e»


Eegasuu, «Isin cubbuu keessaniin duutan isiniin jedha. Ani akka ‹Ana› ta'e yoo amanuu dhabatan cubbuu keessaniin duutan» isaaniin jedhe.


Yesuus ammallee, «Ani hin deema; isinillee na soxxan, cubbuu keessaniin duutan; gara ani dhaqu isin dhufuu hin dandeettan» isaaniin jedhe.


Achiin maayessa inni darasoota ufiitiin, «Hennaan isin guyyaa Ilma Namaa tokko argu'uuf hawwitan hin dhufa, isin garuu hin argitan.


Amma bara diqqo'otu hafe achiin maayessa adunyaan na hin argitu. Isin ammoo na argitan, ani jiraataa waan ta'eef. Isinillee akkasuma jiraattota taatan.


Yesuusillee akkana jedheen, «Ati Filiphoosi haga bara kana maraa isin woliin hennaa jiraadhe na hin beettuu? Ka na arge Aabbaan argeera, attamitti ati, ‹Aabbaan nutti mudhisi› jettaa?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite