Wongeela Maatewos 23:34 - WAADAA LAMMATAA34 Kanaafuu Raattotaa fi ogeeyyii barsiisota Seera Muuse'eellee gara keessan erga. Isin isaan keessaa garii hin ajjeeftan, kaan hin fanniftan, worra kaawwanillee mana Yihuudonni wolitti qabaman keessatti dhaantanii qachaa irraa gara qacha'aa ariitan. Gade chapit laWaadaa Haarawa34 Kanaaf kunoo, ani nabiyyoota, ogeessota, barsiisota gara keessan ni erga, isaan keessa tokko tokko'llee ni ajjeefttan, tokko tokko ni fannifittan, tokko tokko'llee bakka wolgayii isaanii titti ni dhaanttan, magaala'aa gara magaala'aa'llee isaan ni ariitan, Gade chapit laKitaaba Woyyuu34 Kanaafuu raattotaa fi ogeeyyii barsiisota Seera Muuse'eellee gara keessan erga. Isin isaan keessaa garii hin ajjeeftan; kaan hin fanniftan; worra kaawwanillee mana Yihuudonni wolitti qabaman keessatti dhaantanii qachaa irraa gara qacha'aa ariitan. Gade chapit la |