Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 23:27 - WAADAA LAMMATAA

27 «Isin Barsiisota Seeraatii fi Fariisota fakkeessitoota! gubbaan keessan bareedee mudhata, keessi keessan ammo awwaala noora'aan dibame, lafee worra du'eetii fi waan battii maraan guuttame waan fakkaatuuf isin aanne'e!

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

27 «Isin fakkeessitoota nana, barsiisonni seeratii fi Farisoonni! Isinii uunsha'a! Keessa isaanii titti lafee namoota du'aniitii fi waan battii maraan ka guuttaman, duuba isaaniitiin garuu noora'aan laanbubaman awwaalota ni bareedan fakkaattan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

27 «Isin barsiisota Seeraatii fi Fariisota fakkeessitoota! gubbaan keessan bareedee mudhata; keessi keessan ammo awwaala noora'aan dibame; lafee worra du'eetii fi waan battii maraan guuttame waan fakkaatuuf isin aanne'e!

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 23:27
7 Referans Kwoze  

Hennaa san Phaawuloos, «Ati bada ka mana nooraa adi'iin dibame fakkaatu! Rabbi si dhaya! Ati seeraan natti murteessu'uuf achi teetteerta, ufii ammoo seera malee, akka na dhayaniif ajajjaa?» jedheen.


Isin fakkeessitoota barsiisota Seera Muuse'eetii fi Fariisonni, awwaala soodduu hin qabne ka namoonni uduu hin beekin irra deeman waan fakkaattaniif isinii aanne'e!»


Akkasuma isinillee gubba'aan worra biraatiif qajeellota fakkaattan, Keessi keessan ammo uf tuulumma'aa fi hammeennaan guuttameera.


Worri fooniin mishaa ta'anii mudhachuu fedhan maruu, akka isin gadoomtan isin giddisiisan; Haata'uu ammoo, waan fannoo Kiristoosiitiif akka miidhaan isin irra hin geenne calla'aaf.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite