Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 23:25 - WAADAA LAMMATAA

25 Barsiisota Seeraatii fi Fariisota fakkeessitoota! Isin aanne'e! miju'uu fi qorii gubbaa hin qulqulleessitan, keessi ammo saamichaa fi dondhumma'aan guuttameera.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

25 «Isin fakkeesitoota barsiisonni seeratii fi Farisoonni! Isinii uunsha'a! Kubbaaya'aa fi qorii gara duubaatiin ni qulqulleessitan, keessi isaa garuu, saamichaa fi dondhummaan ka itti guuttame,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

25 Barsiisota Seeraatii fi Fariisota fakkeessitoota! Isin aanne'e! miju'uu fi qorii gubbaa hin qulqulleessitan; keessi ammo saamichaa fi dondhumma'aan guuttameera.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 23:25
6 Referans Kwoze  

Isiinillee haadhaan gorfamtee, «Ammuma mataa Yohaannisii cuupha'aa qorii keessa kaayii naa kenni» jette.


Inni adaba Rabbiitiin jiraata'aa uduu jiru, Ulfinna Rabbummaa Rabbii woliin isa qixxeessu akka waan gadi dhiisu'uutitti hin laakkofne.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite