Wongeela Maatewos 23:24 - WAADAA LAMMATAA24 Isin bulchoota balloota! Isin waan dhuddan keessaa bookee hin dhimbiibdan, gaala ammo hin liqimsitan. Gade chapit laWaadaa Haarawa24 Isin dursitoota jaamota nana! Waan dhugiddan mara irraayyuu waan akka booke'ee shiikkoo ta'e dhinbiibiddanii ni gattan, waan akka gaalaa gudda'aa ta'e, garuu ni liqimsitan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu24 Isin bulchoota jaamtota! Isin waan dhuddan keessaa bookee hin dhimbiibdan, waan akka gaalaa ammo hin liqimsitan. Gade chapit la |