Wongeela Maatewos 23:2 - WAADAA LAMMATAA2 «Barsiisonni Seera Muuse'eetii fi Fariisonni teessoo Muuse'ee irra taa'aniiran. Gade chapit laWaadaa Haarawa2 «Barsiisonni seeraatii fi Farisonni barsiisu'uuf, barcumaa Muse'ee irra ta'anii ni jiran. Gade chapit laKitaaba Woyyuu2 «Barsiisonni Seera Muuse'eetii fi Fariisonni teessoo Muuse'ee irra taa'aniiran. Gade chapit la |
Yesuus uduu isaan barsiisu akkana isaaniin jedhe, «Barsiisota Seera Muuse'ee, ka uffata dheeraa uffatanii asii fi achi deema'aa, gabayaa keessatti namoonni isaanii sagada'aa nagaya akka isaan gaafatan jaalatan, mana sagada Yihuudotaa keessatti teessoo olaanu, lafa cidhaatittillee hulee ulfinnaa worra filatu irraa uf eeggadhaa'a!