Wongeela Maatewos 23:18 - WAADAA LAMMATAA18 Isin, ‹Namni mi'a kennaa Rabbii ittiin dhiyeessuun yoo kakate, kakuun sun isa hin geettu; haata'uu ammo, namni kennaa irra jiruun yoo kakate, kakuun sun isa geetti› jettan. Gade chapit laWaadaa Haarawa18 Akkuma kana, ‹naminni furdaan yoo kakate womaayyuu miti› ‹kennaa furdda irra jiruun yoo kakate garuu, kaku'uun ni qabama› jettan. Gade chapit laKitaaba Woyyuu18 Isin, ‹Namni mi'a kennaa Rabbii ittiin dhiyeessuun yoo kakate, kakuun sun isa hin geettu; haa ta'uu ammo, namni kennaa irra jiruun yoo kakate, kakuun sun isa geetti› jettan. Gade chapit la |