Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 23:16 - WAADAA LAMMATAA

16 «Bulchoota balloota, isin aanne'e! Isin, ‹Namni tokko yoo mana woyyu'uutiin kakate, kakuun sun isa hin geettu, namni tokko yoo worqii mana woyyu'uutiin kakate, kakuun sun isa geetti› jettan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

16 «Isin durssitoota jaamota nana! Isinii uunsha'a! ‹naminni Mana Waaqeffanna'aatiin yoo kakate, womaa miti jettan, worqqii Mana Waaqeffanna'aatiin yoo kakate garuu, kaku'uun ni qabamaa› jettan,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 «Bulchoota ija jaamtota, isin aanne'e! Isin, ‹Namni tokko yoo mana woyyu'uutiin kakate, kakuun sun isa hin geettu; namni tokko yoo worqii mana woyyu'uutiin kakate, kakuun sun isa geetti› jettan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 23:16
14 Referans Kwoze  

Waan isaanii dhiisaa'a; isaan ballaa ballaa masakku. Ballaan ballaa yoo masakke lamaanuu wol qabatanii boollatti badan» jedhe.


Isin bulchoota balloota! Isin waan dhuddan keessaa bookee hin dhimbiibdan, gaala ammo hin liqimsitan.


Isin gowwootaa fi balloota! Worqi'i moo mana woyyuu ka worqii woyyoomsutu caala?


Obboleeyyan tiyya, waamaraa dura ardi'ii fi sami'itti waan biraallee yoo ta'e womaanuu hin kakatinaa'a! Haata'uu ammoo murtii jalatti akka hin kufne dubbiin keessan ee yoo ta'e, «Ee» jedhaa'a; wa'a yoo ta'e, «Wa'a» jedhaa'a.


Ati Fariisicha ballaa'a! gubbaan isaa akka bareedu, dura dursiitii keessa qori'iitii fi sabaree qoraasi.


Isin ballaa attamii ti! kennaa mo'o mi'a kennaa woyyoomsutu caalaa?


Seera maraa akka raawwatu dirqamni irra jira jedhee, worra gadooman maraa tokko tokko isaaniitittillee akkasuma ragaa baya.


Yesuus, «Barsiisota seera Muuse'eetii fi Fariisota fakkeessitoota! Isin balbala jeennata sami'ii namatti waan cuftaniif isin aanne'e! Isin hin galtan, worra itti galanillee akka itti hin galle dhooggitan. [


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite