Wongeela Maatewos 23:15 - WAADAA LAMMATAA15 Isin barsiisoota Seera Muuse'eetii fi Fariisoota fakkeessitoota! Isin aanne'e! Nama tokko amantii Yihuudotaa fudhachiisu'uuf galaanaa fi lafa irra asii fi achi deddeemtan, isin nama fudhate san dachaa lama isin caalaa ilma asaabaa waan isa gootaniif isin aanne'e! Gade chapit laWaadaa Haarawa15 «Isin fakkeessitoota, barsiisonni seeraatii fi Farisoonni! Isinii uunsha'a! Nama tokko horddofaa amantii keessan taasisu'uuf garba ciisa'aa fi lafa irraa'llee ni naannofttan, yeroo isa aseensifttaniintti'llee, isin irra harka lamaan dachaa ka caaluun, ibidda asaabaatiif ka qophaaye ni taasfttaniin!» Gade chapit laKitaaba Woyyuu15 Isin barsiisoota Seera Muuse'eetii fi Fariisota fakkeessitoota! Isin aanne'e! Nama tokko amantii Yihuudotaa fudhachiisu'uuf galaanaa fi lafa irra asii fi achi deddeemtan; isin nama fudhate san dachaa lama isin caalaa ilma asaabaa waan isa gootaniif isin aanne'e! Gade chapit la |