Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 23:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Namni boonu maruu hin salphata. Namni gad uf qabu maruu hin kabajjama.»

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Ka mataa isaa ol qabu ni salphata, mataa isaa ka gad qabu'llee, ol ni jedha.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Namni boonu maruu hin salphata. Namni gad uf qabu maruu hin kabajjama.»

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 23:12
15 Referans Kwoze  

Kanaafuu ka'imman! Manguddootaa fi ajajamaa'a, marti keessanuu wol jaalachu'uun wol gargaara'aatii kasummaa akka uffataa uffadhaa'a. «Rabbi worra uf jaju hin morma;, worra kaso'oo ammoo badhaadha kenna»


Badhaadha guddisee kenna; kanaafuu Rabbi worra uf jajuun hin morma; worra kaso'oo fi ammo badhaadha isaanii kenna.


Ka ol uf qabu maruu hin salphata. Ka gadi uf qabu ammoo hin kabajjama.»


Ani akkana isiniin jedha. Namicha fariisicha san irra namichi qaraxa guuru sun Rabbiin afo'otti qajeelaa ta'ee gara mana ufii deebi'e, namni ol uf qabu maruu hin salphata. Namni uf salphisu ammoo hin kabajjama.


Eennullee ka akka daa'ima kanaa ka gad uf qabu jeennata sami'ii keessatti ka maraa caalu ta'a.


«Worri Ayyaanaan hiyyeeyyii ta'an, worra eebbifame, Jeennanni sami'ii ta isaanii waan taateef!


Kanaafuu Rabbi hennaa ufiititti akka ol isin qabu harka Rabbii hunna qabeessaa jalatti gad-uf deebisaa'a. Inni waan keessan waan yaaduuf.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite