Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 23:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Isin keessaa isin maraa ka caalu hojjataa keessan haa ta'u.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Isin jiddu'uu hangafa ka ta'e tajaajilaa keessan haa ta'u.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Isin keessaa ka isin maraa caalu hojjataa keessan haa ta'uu.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 23:11
11 Referans Kwoze  

Ani nama maraa irra ka wolaba baye yoo ta'u, heddu fayyadu'uuf maraayyuu akka garbichaa ta'a.


Obboleeyyan tiyya! Isin wolabumma'aaf waamamtaniirtan; ammoo wolabumnaan keessan foonii sababaa akka hin kennine. Haata'uu ammoo, isin wolii akka garbootaa ta'aa'a.


Kiristoos Yesuusiin Gooftaa akka ta'e malee, waan ufii waan hin himneef. Waan Yesuusiitiif jennee tajaajilaa keessan taaneerra.


Isaan tajaajiltoota Kiristoosiitii? Akka nama maraatee dubbadhaa, natu caala, dadhabbii gudda'aan, guddisee tumamu'uun; hidhamu'uun bu'aa argadhee hennaa hedduu du'uu gaye.


Hayyuun keessan Kiristoosii tokkocha waan ta'eef, ‹Hayyuu› jedhamtanii hin waamaminaa'a.


Yesuus haga taa'een maayessa darasoota kudha lamaanuu gara ufii waamee, «Namni bulchaa ta'uu barbaadu, nama maraayuu gad ta'ee, hojjataa nama maraa haa ta'uu» isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite