Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 22:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Mootiinillee lolee, loltoota ergee worra lubbuu namaa ajjeese sanniin fixe. Qachaa sanillee hin gube.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 yeroo kanatti nugusichi dallaneet lolttoota isaa ergee worra ajjeesan sanniin ni ajjeesise, magaalaa isaanii'llee ibiddaan akka guban ni taasise.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Mootiin lolee loltoota ergee worra lubbuu namaa ajjeese sanniin fixe. Qachaa sanillee hin gube.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 22:7
18 Referans Kwoze  

Diinota kiyya ka akka ani isaan irratti mootii ta'uu hin barbaanne kanniin, as afoo kiyyatti fida'aatii gogoorra'aa'a!› » jedhe.


Isaan qara guraade'eetiin du'an, kuuwwan ammoo marti isaaniituu hin booji'aman; worra Yihuudota hin taaneen fudhataman. Haga barri namoota Yihuudota hin taanee dhumutti Yerusaaleem ta namoonni Yihuudota hin taanee irra deddeemu taati.»


Hennaa maraa cubbuu hojjatu'uun worri Yihuudiin hin taane akka fayyan akka isaanitti hin himne nu dhooggan. Haata'uu ammoo dheekkamsi Rabbii hagaa ol isaan irra gayeera.


Hennaa san worri Yihuudaa jiru gara gaaraa haa dheessanii; worri qachaa keessa jiru isii keessaa haa bayanii. Worri baadiyaa jiranillee isii keessa akka hin seenne.


Worri hafan ammoo hojjattoota isaa qabanii akka malee rakkisanii isaan ajjeesan.


Achiin maayessa hojjattoota ufiitiin, ‹Ciini qophaayeera, worri waamaman ammo worra cidha kanaaf malee miti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite