Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 22:6 - WAADAA LAMMATAA

6 Worri hafan ammoo hojjattoota isaa qabanii akka malee rakkisanii isaan ajjeesan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

6 worri hafan ammoo tajaajilttoota qabanii salphisu'uun dhaananii isaan ni ajjeesan,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

6 Worri hafan ammo hojjattoota isaa qabanii akka malee rakkisanii isaan ajjeesan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 22:6
16 Referans Kwoze  

Guyyaa san woldaa Kiristaanaa ta Yeruusaalem jirtutti baqa gudda'atu ta'e. Eergamtoota malee maruu gara Yihuuda'aatii fi gara biyya Samaariya'aa faca'an.


Worri waamaman sun ammoo lash jedhanii, tokko gara qonna ufii, kuun gara daldala ufii deeme;


Mootiinillee lolee, loltoota ergee worra lubbuu namaa ajjeese sanniin fixe. Qachaa sanillee hin gube.


Ilma namaa worra Yihuudota hin taaneef dabarsanii hin kennaniin, isaanillee itti baldan asii fi achi daddarba'aa itti tufan.


Akka waan isaan woliin hidhamtaniirtanii ta'a'aa worra hidhame yaadadhaa'a. Akka waan isaan woliin rakkattanii jiraata'aartaniititti worra rakkataniillee yaadaa'a!


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite