Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 22:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Worri waamaman sun ammoo lash jedhanii, tokko gara qonna ufii, kuun gara daldala ufii deeme;

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Isaan garuu dhimmicha tuffatanii gara hujii isaanii tokko gara qonna isaa, kun'llee gara daldala isaa ni deeme,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Worri waamaman sun ammo lash jedhanii tokko gara qonna ufii, kuun gara daldala ufii deeme;

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 22:5
21 Referans Kwoze  

Nullee fayyinna guddaa akkanaa kana yoo lash itti jenne, attamiin jalaa baana. Kun dura waan Goofta'aan himamee tureef; worri dhagayanillee nuu cimsan.


Worra waan mishaa hin jaalanne, gantoota, jarjartoota worra uf jaju'uun bokokan, Worra Rabbiin gammachiisuu irra, uf gammachiisuu jaalatan ta'an.


Waan foonii yaaduun du'a waan ta'eef waan Ayyaana yaaduun ammoo jireennaa fi nagaya.


Moo arjumaan Rabbii gara aagii akka si masakku uduu hin beenne, arjumaa isaatii fi waa danda'uu durummaa obsa isaa tuffataa?


Innillee waan qulqullinnaa, waan mataa ufii tooyatu'uu, waan murtii dhufu'uuf jiruu dubbata'aa uduu jiru, Filiksi sodaatee, «Amma deemi; hennaa naa tole ergee si waamsisaa» jedhee deebise.


Kuuwwan ammo isaanitti balda'aatti, «Daadhii dhuganii quufaniitti!» jedhan.


Sanyiin qoree edduu bu'e sun nama dubbii dhagayu, ka ammoo yaanni adunyaa tanaatii fi jaalalli durumma'aa isa sobee dubbii Rabbii waan hin hubanneef ka sanyii hin godhanne ta'a.


Deebi'ee hojjattoota biraa erge; ‹Worra waamamaniin: Kunoo, cidha kiyya ka fuudhaa fi heerumaa qopheesseera, kormaa fi horiin coomnillee qalameera. Maruu qophaayeera gara cidha fuudhaa fi heerumaa koottaa jedha'aatii itti himaa'a› jedhe.


Worri hafan ammoo hojjattoota isaa qabanii akka malee rakkisanii isaan ajjeesan.


Worra handarii gurgurataniinillee, «Kana asii kaasaa'a; mana Abbaa kiyyaa mana daldalaa hin godhinaa'a» isaaniin jedhe.


Barsiisonni dharaa kunniin dharraa birri'iitii ufumaa mammaaka dubbata'aati isin irraa nyaatan; murtiin isaanii duri irraa jalqabee hin turu; badiin isaaniillee hin mugu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite