Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 22:43 - WAADAA LAMMATAA

43-44 Yesuus, «Attamiin Daawiti hunna Ayyaana Woyyu'uutiin masakkamee ‹Gooftaa'a› jedha'aa isa waama, ‹Rabbi Gooftaa kiyyaan, haga ani diinota kee luka kee jala sii galchutti, Mirga kiyya taa'i› jedheen yoo jedhu Ayyaanaan Gooftaa jedhee isa waama'aaraa?

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

43 Yesus'llee akkana isaaniin ni jedhe, «Eegaa, Daawiiti Hafuura Waaqaatiin eemaramee yeroo dubbatetti, attamitti ‹Gooftaa› jedhee waameen?

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

43-44 Yesuus, «Attamiin Daawiti hunna Ayyaana Woyyu'uutiin masakkamee ‹Gooftaa'a› jedha'aa isa waama, ‹Rabbi Gooftaa kiyyaan, haga ani diintota kee luka kee jala sii galchutti, Mirga kiyya taa'i› jedheen yoo jedhu Ayyaanaan Gooftaa jedhee isa waama'aaraa?

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 22:43
10 Referans Kwoze  

Anillee yoosuu Ayyaanaan guuttame; samii keessa teessoon kaayameera; teessoo san irra namatu taa'eera.


Ani guyyaa Goofta'aa Ayyaana Rabbiitiin guuttamee ture, laagaa guddaa xurumbaa fakkaatu uf duubatti dhagaye.


Sababaanillee waan namoonni Rabbii Woyyuun Ayyaana Rabbii Woyyu'uun gargaaramanii dubbataniif.


Kanaafuu akka Ayyaanni woyyuun jedhu, «Adha, laagaa isaa yoo dhageettan,


«Obboleeyyan tiyya! Worra Yesuusiin qabaniif bulchaa ta'ee Ayyaana woyyu'uun afaan Daawitiitiin dura wonti dubbatame sun haa raawwatamuu.


Daawiti mataan isaatuu Ayyaana Woyyu'uun masakkamee, ‹Gooftaan Gooftaa kiyyaan, diinota kee luka kee jala, haga sii kaayutti, mirga kiyya taa'i jedheera› jedhe.


Kanaafuu eennullee Ayyaana Rabbiitiin yoo dubbatu, Yesuus ka abaarame ka jedhu tokkollee akka hin jirre; Ayyaana Woyyu'uun yoo ta'e malee, «Yesuus Goofta'a» jechuu tokkollee akka hin dandenne isin beessisa.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite