Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 22:42 - WAADAA LAMMATAA

42 Yesuus, «Wonti Kiristoosii maal isinitti fakkaataa? Inni ilma eennuuti?» jedhee isaan gaafate. Isaan, «Ilma Daawitiiti» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

42 «Waayee Masihichaatiif maal jettan? Ilma eennutti'llee isinitti fakkaataa?», «Isaan'llee Ilma Daawiitii» jechu'uun, ni deebisaniif.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

42 «Wonti Kiristoosii maal isinitti fakkaataa? Inni ilma eennuuti?» Isaan, «Ilma Daawitiiti» jedhanii deebisaniif.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 22:42
24 Referans Kwoze  

Achitti namni Giriikii, ka Yihuudi'ii, ka gadoomeef ka hin gadoomne, worra gowwaa ta'ee fi worra beekaa, worra wolaba ta'ee fi garbicha jidduu garaagarummaan hin jiru. Haata'uu ammoo Kiristoos maraaf maraa keessa jira.


Hiddi dhaloota Yesuus Kiristoosii fiixaa Abrahaamiitii fi fiixaa Daawitii kana.


Toomaasillee, «Gooftaa kiyya Waaqaa kiyya!» jedhee deebiseef.


Naatinaa'elillee, «Eessatti na beetta?» jedheen. Yesuusillee deebisee, «Uduu Filiphoos si hin waamne, uduu ati muka hurbu'uu jala jirtu si arge» jedheen.


Gumiin afo'oo fi duuba isaatiin deeman iyya'aa, «Hosaanaa Ilma Daawitiitiif jedha. Ka maqaa Goofta'aatiin dhufu ka eebbifame! Hosaanaa samii irratti!» jedha'aa turan.


Worri yabala keessa turan, «Dhugamaan ati Ilma Rabbiiti» jedhanii sagadaniif.


Yesuus achii ka'ee uduu deema'aaru, namoonni ballaan lamaan, «Ilma Daawitii, nu fayyisi!» jedha'aa iyya'aa isa faanaa deeman.


Yesuus, «Attamiin Daawiti hunna Ayyaana Woyyu'uutiin masakkamee ‹Gooftaa'a› jedha'aa isa waama, ‹Rabbi Gooftaa kiyyaan, haga ani diinota kee luka kee jala sii galchutti, Mirga kiyya taa'i› jedheen yoo jedhu Ayyaanaan Gooftaa jedhee isa waama'aaraa?


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite