Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 22:40 - WAADAA LAMMATAA

40 Ajajuma lamaan kana irratti Seerrinii fi barsiifni raattotaa martinuu hundeeffamaniiran» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

40 Barsiifnni seeraatii fi nabiyyootaa marrinuu ka hundeeffaman, ajajoota kanniin lamaan irratti.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

40 Ajajuma lamaan kana irratti Seerrinii fi barsiifni raattotaa martinuu hundeeffamaniiran» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 22:40
9 Referans Kwoze  

«Hin seebarin, hin ajjeesin, hin hatin, sobaan ragaa hin bayin, hin hawwin» jedhu ajaja biraa maraa woliin, «Goshoo kee akka uf jaalattutti jaaladhu» dubbii jedhuun wolitti qabameera.


Eeganaa «Waan namoonni akka isinii godhan barbaaddan, isinillee akkasuma isaaniif godhaa'a. Seerrinii fi raattonnillee kanuma barsiisan.»


Seerri Muuse'een kennamee ture. Badhaadhaa fi dhugaan ammoo Yesuus Kiristoosiin kenname.


Akkuma kitaabnni woyyuun, «Hiriyaa kee akka uf jaalattutti jaaladhu» jedhu seera mooti'iillee yoo raawwattan waan mishaa gootan.


Raawwiin ajajaa ammoo, jaalala garaa qulqulluu keessaa, sammuu misha'aa fi amantaa uftuuluu hin qabne keessaa ka ol bayu.


Seeri maruu dubbii tokkon waan raawwatamuuf, innillee, «Goshoo kee akka uf jaalattutti jaaladhu! ka jedhu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite