Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 22:4 - WAADAA LAMMATAA

4 Deebi'ee hojjattoota biraa erge; ‹Worra waamamaniin: Kunoo, cidha kiyya ka fuudhaa fi heerumaa qopheesseera, kormaa fi horiin coomnillee qalameera. Maruu qophaayeera gara cidha fuudhaa fi heerumaa koottaa jedha'aatii itti himaa'a› jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

4 «Nugusichi'llee tajaajilttoota bira'aa deebi'ee akkana jechu'uun isaan ni erge, ‹gara namoota waamamanii deema'aatii, kunoo qophii cidha kiyyaa qopheessee jira, sangoonni tiyyaa fi dardarran kiyya ka cooman'llee qalamanii jiran, wonitti marrinuu qophaayee jira, gara afeerrii cidhichaa koottaa!› jedha'aatii isaanitti himaa.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

4 Deebi'ee hojjattoota biraa erge; ‹Worra waamamaniin, «Kunoo, cidha kiyya ka fuudhaa fi heerumaa qopheesseera; kormaa fi horiin coomnillee qalameera; maruu qophaayeeraa gara cidha fuudhaa fi heerumaa koottaa› jedha'aa itti himaa'a» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 22:4
18 Referans Kwoze  

Phaawuloosii fi Baarnaabaas, «Firrisa dubbii Rabbii ifa baafnee isinitti himuu barbaachisa; Yoo dhiibdan, dubbiin jireenna bara baraa akka isiniif hin taane yoo gootanii fi yoo ufitti murteessitan, nu ammoo gara worra Yihuudota hin taanee deebina.


Worra hojjattoota duraa laakkobsaan caalan isaanitti erge. Sanniinillee akkuma kaawwanii godhan.


Ilma ufiitiif uduu garaa hin laafne, waan nu maraatiif dabarsee eega isa kenne, akkasuma isa woliin waan maraa attamiti akkanumaan nuu hin kennine?


Haata'uu ammoo Ayyaanni Woyyuun hennaa isin irratti bu'e, hunna argattan; Yerusaalemii fi Yihuudaa maraatti Samaariya'aa haga daangaa lafaa ragaa kiyya taatan» jedhe.


Worra sa'aatii hurbaata'aatitti waamamaniin, ‹Amuma qophaayeera koottaa'a› jedhee akka waamuuf garbicha ufii erge.


Achiin maayessa hojjattoota ufiitiin, ‹Ciini qophaayeera, worri waamaman ammo worra cidha kanaaf malee miti.


Worri waamaman sun ammoo lash jedhanii, tokko gara qonna ufii, kuun gara daldala ufii deeme;


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite