Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 22:39 - WAADAA LAMMATAA

39 Lammaffaanillee kanuma fakkaata: ‹Obboleessa kee akka lubbuu teetiititti jaaladhu› ka jedhu.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

39 kana'llee ka fakkaatu ajajinni lammaffaa, ‹ollaa kee akka mataa keetii taasisiitii jaaladhu› ka jedhu.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

39 Lammeessoonillee kanuma fakkaata: ‹Obboleessa kee akka lubbuu teetiititti jaaladhu› ka jedhu.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 22:39
11 Referans Kwoze  

Ka lammaffa'aa ammoo, ‹Nama, akka uf jaalattutti jaaladhu› ka jedhu kana. Ajanyi guddichi lamaan kanniin caalu ajanyi biraa hin jiru» jedhe.


Seeri maruu dubbii tokkon waan raawwatamuuf, innillee, «Goshoo kee akka uf jaalattutti jaaladhu! ka jedhu.


Abbaa fi haadha tee kabajji; goshoo kee akka uf jaalattutti jaaladhu› ka jedhu sanniin fa'a» jedheen.


Marti keennaa akka inni jajjabaatu faayidaa isaatiif goshoo keenna haa gammachiifnuu.


Akkuma kitaabnni woyyuun, «Hiriyaa kee akka uf jaalattutti jaaladhu» jedhu seera mooti'iillee yoo raawwattan waan mishaa gootan.


Eeganaa hennaa yoo arganne, nama maraafuu, keessattuu worra amantootaatii waan mishaa haa goonuu.


Gatiin isin wol irraa qabdan, wol jaalachuu haata'uu; namni nama kaan jaalatu seera raawwateera.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite