Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 22:34 - WAADAA LAMMATAA

34 Fariisonni akka inni Saduuqota cadhisiise hennaa dhagayan wolgayan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

34 Yesus Saduuqoota deebii dhabsiisee akka caldhisiise yeroo dhagayanitti, Farisoonni bakka tokkotti wol ni gayan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

34 Fariisonni akka inni Saduuqoota cadhisiise hennaa dhagayan wol gayan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 22:34
10 Referans Kwoze  

Fariisoonni ammoo bayanii, attamitti akka isa balleessan mari'atan.


Yohaannis Fariisotaa fi Saduuqonni hedduu cuphamu'uuf gara isaa hennaa dhufan argee, «Isin ilmaan buuti'ii! Akka isin mufii Rabbii ta isinitti dhufa'aartu jalaa baqattan eentu isinitti hime?


Beekaan seera Muuse'ee tokko waan Yesuus jedhu laalu'uuf ol ka'ee, «Barsiisaa'a, jiruu bara baraa argachu'uuf maal godhuu na barbaachisaa?» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite