Wongeela Maatewos 22:3 - WAADAA LAMMATAA3 Worri gara cidha fuudhaa fi heerumaa waamame akka dhufu itti himu'uuf, mootiin sun hojjattoota ufii erge; Isaan ammo dhufuu didan. Gade chapit laWaadaa Haarawa3 Nugufnni'llee namoonni waamaman gara areerrii cidhaa akka dhufan yaadachiisu'uuf, tajaajilttoota isaa gara isaanii ni erge, namoonni garuu gara cidhaa dhufu'uuf hin barbaanne.» Gade chapit laKitaaba Woyyuu3 Worri gara cidha fuudhaa fi heerumaa waamame akka dhufu itti himu'uuf mootiin sun hojjattoota ufii erge; Isaan ammo dhufuu didan. Gade chapit la |