Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 22:26 - WAADAA LAMMATAA

26 Sadaffa'aa haga torbaffa'aatitti isii dhaalanii uduu ijoollee hin uumatin irraa du'an.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

26 Akkuma kana lammaffaan'llee, sadaffaan'llee, haga ka torbaffa'aa titti tartiibumaan isii fuudhaniinii ni du'an.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

26 Sadeesso'oo haga torbeesso'ootitti isii dhaalanii uduu ijoollee hin uumatin irraa du'an.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 22:26
4 Referans Kwoze  

Ilmaan haadhaa torbaa takkatu nu woliin ture. Ka hangafaa haadha manaa fuudhee uduu hin uumanne du'e, ka lammaffa'aallee isii dhaalee, uduu hin uumanne du'e.


Kanniin maraan maayessa isiinillee hin duute.


Darasoota isaallee worra gosa Heroodisii woliin itti ergan. Isaanillee, «Barsiisaa'a, akka ati dhugaa taate dhugamaan karaa Rabbii akka barsiiftu hin beenna. Fuula namaa laala'aa eennuunillee wol hin caalchiftu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite