Wongeela Maatewos 22:25 - WAADAA LAMMATAA25 Ilmaan haadhaa torbaa takkatu nu woliin ture. Ka hangafaa haadha manaa fuudhee uduu hin uumanne du'e, ka lammaffa'aallee isii dhaalee, uduu hin uumanne du'e. Gade chapit laWaadaa Haarawa25 Obboleeyyan torbbatu nu bira ni jiran turan, hangafnni isaan maraa haadha worraa isaa fuudhee finna uduu hin uumatin ni du'e, kanaaf obboleessi isaa maandhaan haadha worraa ka du'ee ni fuudhe. Gade chapit laKitaaba Woyyuu25 Ilmaan haadhaa torbatu nu woliin ture. Ka hangafaa haadha manaa fuudhee uduu hin uumanne du'e; ka lammeesso'oollee isii dhaalee uduu hin uumanne du'e. Gade chapit la |