Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 22:23 - WAADAA LAMMATAA

23 Hennaa san worri Saduqootaa ka du'aa ka'insi hin jiru jedhan gara isaa dhiyaatanii akkana jedhanii isa gaafatan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

23 Guyyama sanitti, «Du'aa ka'iinssi worra du'anii hin jiru» Saduqoonni jedhan gara Yesusii dhufanii, akkana jechu'uun ni gaafataniin,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

23 Hennaa san worri Saduuqootaa ka «du'aa ka'iinsi hin jiru» jedhan gara isaa dhiyaatanii akkana jedhanii isa gaafatan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 22:23
9 Referans Kwoze  

Pheexroosii fi Yohaannis banii waan barsiisaniif, du'aa ka'iitiin worra du'anii karaa Yesuusiitiin jedhanii waan lallabaniif bulchoonni gadootaa, dura bu'oonni mana woyyu'uutii fi Saduqoonni aaranii isaan qaban. Hennaan sun waan dhiyeeruuf haga lafti bari'uuf isaan hidhan.


Yohaannis Fariisotaa fi Saduuqonni hedduu cuphamu'uuf gara isaa hennaa dhufan argee, «Isin ilmaan buuti'ii! Akka isin mufii Rabbii ta isinitti dhufa'aartu jalaa baqattan eentu isinitti hime?


Bulchoonni gadootaa ammoo gara worra Saduqoota ta'anii worri isa woliin jiran maruu ka'anii hinaafanii isaan irratti ka'an.


Isaan kuniinillee du'aa ka'iinsi kanaan dura ta'eera jedha'aa, dhugaa irraa dogoggoranii amantaa namoota gari gari'ii balleessaniiran.


Yesuus, «Beekkadhaa'a! raacitii worra Fariisotaatii fi Saduqootaa irraa uf eeggadhaa'a» isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite