Wongeela Maatewos 22:21 - WAADAA LAMMATAA21 Isaan deebisanii, «Ka mootii mootota biyya Rooma'aa ti» jedhaniin. Achiin maayessa inni, «Kanaaf, waan mootii moototaa mootii moototaatiif, waan Rabbii Rabbiif kennaa'a» isaaniin jedhe. Gade chapit laWaadaa Haarawa21 Isaan'llee, «Ka nugusa worra Rooma'aati!» ni jedhaniin, Inni'llee, «Eegasuu ka nugusaa nugusichaaf, ka Waaqaa'llee Waaqaaf kennaa» isaaniin jedhe. Gade chapit laKitaaba Woyyuu21 Isaan deebisanii, «Ka mootii mootota biyya Rooma'aati» jedhaniin. Achiin maayessa inni, «Kanaaf waan mooti'ii mooti'iif; waan Rabbii Rabbiif kennaa'a» isaaniin jedhe. Gade chapit la |