Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 22:2 - WAADAA LAMMATAA

2 «Jeennanni sami'ii mootii ilma ufiitiif cidha godhe tokko fakkaatti.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

2 «Mootummaan Sami'ii nugusa ilma isaatiif cidha fuudhaa qopheesse fakkaatti.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

2 «Jeennanni sami'ii mootii ilma ufiitiif cidha godhe tokko fakkaatti.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 22:2
15 Referans Kwoze  

Yesuus mammaaka biraallee isaanitti mammaake, «Jeennanni Rabbii nama qonna isaa keessatti sanyii mishaa facaaseen wol fakkaatti.


Hinaaffaa Rabbiitiin isinii hinaafa'aa akka durba qulqullittii duuda'aatitti Kiristoosiif isin dhiyeessu'uuf dhiira tokkoof isin qaadhimeera.


Yesuus ammallee deebisee mammaakaan akkana jedhee isaanitti hime.


Yesuusii fi darasoonni isaallee cidha sanitti waamamaniiran.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite