Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 22:14 - WAADAA LAMMATAA

14 Worri waamaman heddu, worri filataman ammo hago'o» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

14 Itti aanssee'llee Yesus, «Kanaaf ka waamaman baayi'eewwan, worri filataman garuu muraasota» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

14 Worri waamaman heddu; worri filataman ammo hago'o» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 22:14
7 Referans Kwoze  

Kanaafuu obboleeyyan tiyya, waamamuu keessanii fi filamuu keessan akka jabeessitan ka duraa caalaa jabaadhaa'a. Waan kanniin yoo gootan horomaa hin gufattan.


Kunniin hoola'aan lolan, hoolaan sun Gooftaa Gooftotaatii fi mootii mootootaa waan ta'eef, isaan mooyata worri isa woliin jiran worri waamamanii fi worri filataman akkasuma worri amanaman hin mooyatan.»


Achiin maayessa Yesuus, «Worri maayessaa afoo, worri afo'oo maayessa ta'an worri waamame heddu, worri filatame ammo hago'o.» jedhe.


Guyyoonni sun uduu gabaabbatuu dhabaatee, namni tokkollee silaa hin fayyu; sababa worra filatameetiif ammoo guyyoonni sun hin gabaabbatan.


Isin keessaa namoonni gari gariin, worra nu Kiristoos ufiin jedhanii fi raattota dharaa ta'an. Uduu isaanii danda'amee, worra Rabbiif filatame dogoggorsu'uuf malkata gugurda'aa fi baasa hujan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite