Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 22:13 - WAADAA LAMMATAA

13 Mootiin sun hennaa san tajaajiltoota ufiitiin, ‹Harkaa fi luka isaa hidha'aatii gara dukkanaatitti gad baasaa'a. Achi booyu'uu fi ilkaan qaru'utu jira› jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 Nugusichi'llee tajaajilttoota isaatiin, ‹harkaa fi miila isaa hidha'aatii baasa'aa gara dukkana alaa titti gata'aanii, achitti'llee booyaa fi ilkaan qaruun ni ta'a› jedhe.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Mootiin sun hennaa san tajaajiltoota ufiitiin, ‹Harkaa fi luka isaa hidha'aatii gara dukkanaatitti gad baasaa'a. Achi booyu'uu fi ilkaan qaru'utu jiraa› jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 22:13
21 Referans Kwoze  

worri jeennata keessa taa'uu malan ammoo, hulee itti booyanii fi ilkaan itti qaran gara diidaa dukkanatti gataman» jedhe.


Hojjataa gatii hin qabne kana, dukkana diidaatitti gad gataa'a, achitti booya'aa ilkaan qara» jedhe.


Worri akkanaa kunniin akka burqaa bisaan gogeetii fi duumessa bubbe'een oofamuuti. Dukkana akka male'eetitu isaan eeggata.


Rabbi Maaleekkota cubbuu hojjatan uduu garaa isaanii hin laafne, boolla dukkanaayaa keessatti akka murtii eeggatan dabarsee eega kenne,


Gaafa san woyyootaan ulfaachu'uu fi ragaa keennallee waan amantaniirtaniif, worra amanan maraa biratti ajaa'ibsiifamu'uuf hennaa dhufu, worri afoo Goofta'aatii fi ulfinna hunna Rabbii irraa fagaatanii badii bara baraa keessatti adabaman.


Hennaa Abrahaam, Yisihaaq, Yaaqoobii fi raattota maraa jeennata Rabbii keessatti argitan isin ammoo gara diidaa gatamtan, achitti booya'aa ilkaan qartan.


Inni hojjataa san bakka lamatti baqassa, hiree isaallee worra fakkeessu woliin taasisa. Achitti booya'aa ilkaan qara» jedhe.


Hulee isaan booya'aa ilkaan itti qaran, qilee ibiddaatitti gatan» jedhe.


Hulee isaan booya'aa ilkaan itti qaran, qilee ibiddaatitti isaan gatan.


Worra kitaaba Hoolaa Rabbii keessatti barreeffamanii achi wonti shakkisiisaan maruu worri waan hama'aa fi soba hojjatan sirima isii keessa hin seenan.


Akka hoomacha dambalii bisaaniitiin hoomachaawuuti; isaan akka urjii tuuttota huleen dukkana bara baraa isaanii qophaayeeti.


Akkasuma Maleekkota Rabbii ka baalliin itti kenname irraa darbamanii hulee ufii gadi dhiisan qaabadhaa'a. Rabbi wodaroo yookiin haada sibiilaatiin isaan hidhee baraa haga bara baraa dukkana keessatti haga guyyaa murtii guddaa sanii isaan eega'aa tursiiseera.


Hennaa kana dhagayan guddisanii aaranii ilkaan itti ciniinnatan.


Haga hennaa haama'aatitti woliin haa guddatuu. Hennaa haamaan gaye, Ani worra haamuun, akka gubamuuf dura sinaana buqqisa'aa qixira qixira'aan hidhaa'a, qamadii ammoo gootaraa kiyyatti galchaa'a› jedhaan» jedhe.


«Yookiin namni tokko duraan dursee uduu namicha jabaa hin hiine, gara mana namicha jabaa sanii seenee mi'a isaa saamuu attamitti danda'a? Haga namicha san hidheen maayessa mana isaa saamuu danda'a.


Gara keennallee dhufee, sabata Phaawuloosii fudhatee harkaa fi luka ufi hidhee, akkasuma Ayyaanni Woyyuun abbaan sabata kanaa Yihuudonni Yeruusaalemii akkanatti hidhanii harka worra Yihuudii hin taaneetitti dabarsanii kennaniin jedhaa'a jedhe.


«Ani dhugama dhuga'aatiin siin jedha: hennaa nama dargaggeessa turte, mudhii kee ufumaan hidhattee hulee feete deemta. Haata'uu ammoo hennaa jaartee harka kee ol qabattee, namni biraa mudhii kee si hidhee gara ati hin barbaanne si fida» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite