Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 22:11 - WAADAA LAMMATAA

11 «Mootichi namoota taa'an laalu'uuf hennaa seene ammoo, nama uffata cidhaa hin uffanne tokko achitti arge.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 «Nugusichi garuu afeeramittoota laalu'uuf gara galmma yeroo aseenetti, uffata cidhaa ka hin uffatin nama tokko achitti ni arge.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 «Mootichi namoota taa'an laalu'uuf hennaa seene ammo nama uffata cidhaa hin uffanne tokko achitti arge.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 22:11
25 Referans Kwoze  

Uffata qulqulluu haphii fuuttaa irraa hojjatame akka uffattu kennameef.» Uffanni qulqulluun haphiin fuuttaan hujii woyyootaa ka qajeellumma'aati.


Qajeellumma'aa fi woyyummaa dhuga'aan ta'uun namummaa haarawa akka fakkeenna Rabbiitiin uumame uffadhaa'a.


Dhugamaan yoo ka hin duune uffanne qullaa taanee hin argamnu.


Haata'uu ammoo Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosiin uffadhaa'a; akka fedha ufii hin raawwanne, fooniif hin yaadinaa'a.


«Ani akka hattu'uu ta'ee dhufa! akka qullaa hin deemne saala isaallee akka hin argine, ka dammaqee uffata ufii eegu ka eebbifame!»


Dureessa akka taatuuf worqii ibiddaan baffame uffattee qullaan saala keetii akka hin mudhanneef uffata adii waan ija kee ittiin bareechifattu na irraa akka bitattu si gorsa.


Ijoollee isi'iillee hin ajjeesa. Woldoonni Kiristaanaa maruu akka ani gara'aa fi qalbii qoruu hin beekan. Anillee isin maraafuu akkuma hujii keessaniititti isinii kenna.


Kiristoosiin woliin tokko ta'u'uuf worri cuuphamtan maruu Kiristoosiin uffattaniirtan.


Kanaafuu ka dukkana keessatti dhokate akkasuma gara ifaa ka baasu ka gorsa onne'eellee ibsu Gooftaan haga dhufuutti hennaan uduu hin geenne waan tokkollee hin murteessinaa'a. Hennaa san isaan maraafuu galanni Rabbiin biraa ta'a.


Innillee ka worra itti amanan maraa qajeellummaa Rabbii ka Yesuus Kiristoosiititti amanu'uun argamu.


Haga hennaa haama'aatitti woliin haa guddatuu. Hennaa haamaan gaye, Ani worra haamuun, akka gubamuuf dura sinaana buqqisa'aa qixira qixira'aan hidhaa'a, qamadii ammoo gootaraa kiyyatti galchaa'a› jedhaan» jedhe.


Inni Manshii harkaa qaba. Oyiddillee sirritti qulqulleessa. Qamadii gootara'atti galcha. Buraa ammoo ibidda bobayee hin dhaamne keessatti guba».


Hojjattoonni isaa sunniin gara kara'aa bayanii nama argan maraa worra hama'aa fi mishaallee wolitti qaban. Namnillee mana cidhaa ol guute.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite