Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 22:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Hojjattoonni isaa sunniin gara kara'aa bayanii nama argan maraa worra hama'aa fi mishaallee wolitti qaban. Namnillee mana cidhaa ol guute.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Tajajilttoonni'llee gara kara'aa deemanii nama argatan mara hamaaleyyi'ii fi mishaawwaniif'llee wolitti ni qaban, kanaaf galmma cidhaa afeeramittootaan ni guuttame.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Hojjattoonni isaa sunniin gara kara'aa bayanii nama argan maraa worra hama'aa fi mishaallee wolitti qaban; namni mana cidhaa ol guute.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 22:10
15 Referans Kwoze  

Asiin maayii banii eennullee laakkayuu hin dandeenne baniinii fi gosa worra afaan marraa keessaa namoota heddu guddaa arge. Uffata adii uffatanii qacee meexxi'ii harka isaaniititti qabatanii teesso'oo fi hoolaa Rabbii afoo dhaabatan.


Isaan nu biraa bayan malee worra keennaa miti. Uduu worra keenna ta'anii silaa nu woliin jiraatan. Haata'uu ammoo maruu akka worra keenna hin taane beessisu'uuf bayan.


Deebi'ee yoo dhufu isin birratti Waandhi kiyya akka na hin salphifne worra dura cubbuu hojjatanii fi waan battii godhaniif seebarrii, waan worra aagii hin galinii waan namoota hedduu maallaataa hin gadda jedhee sodaadha.


Hennaa isaan bitatu'uuf deeman, Idaayyaan hin dhufe; durbi qophoofteertu sunniin isa woliin gara mana cidhaa haga seenan, balbalti hin cufame.


«Kitaaba fuutee chaappootallee hiikuun keeti, waan qalamteef dhiiga keetiin, Rabbiif, afaan maraa, gosa maraa, banii maraa keessaa namoota furtee; jeennata Waaqa keennaatiif gadicha akka ta'an gooteerta; adunyaa irrattillee hin mooyan» jedha'aa laagaa haarawaan faarfatan.


Maasaan biyya lafaa ti; sanyiin mishaan ijoollee jeennataa ti.


Yesuus akkana isaaniin jedhe, «Worri jaalaa Idaayyaan uduu isaan woliin jiru hin gaddanii? Haata'uu ammoo ji'oonni idaayyaan isaan biraa fudhatamu hin dhufa; hennaa san sooman.


Eegasuu gara karaa qaxxaamuraa dhaqa'aatii, nama argitan maraa gara cidhaa waama'a› jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite