Wongeela Maatewos 21:9 - WAADAA LAMMATAA9 Gumiin afo'oo fi duuba isaatiin deeman iyya'aa, «Hosaanaa Ilma Daawitiitiif jedha. Ka maqaa Goofta'aatiin dhufu ka eebbifame! Hosaanaa samii irratti!» jedha'aa turan. Gade chapit laWaadaa Haarawa9 Ummata dura dura ni deeman ka turan'llee, «Hosaa'inaa Ilma Daawiitiitiif Galanni haa ta'u! Ka maqaa Goofta'aatiin dhufu ka eebbifame! Hosaa'inaa! Galanni ol sami'itti Waaqaaf haa ta'u!» jedha'aa ni iyyan ture. Gade chapit laKitaaba Woyyuu9 Gumiin afo'oo fi duuba isaatiin deeman iyya'aa, «Hosaanaa Ilma Daawitiitiif Ka maqaa Goofta'aatiin dhufu ka eebbifame! Hosaanaa samii irratti!» jedha'aa turan. Gade chapit la |